Numbers 33:40 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin biyya Kanaa'aanii Aaraad biyya Kana'aanii gara bita'aatiin taa'eeru akka ijoolleen Israa'elii dhufteertu dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Araadii Kana'aanichi, ka goomolee kibba kana'aanii keessa le'u, dhufiisa Israa'elootaa dhage'e.