Numbers 33:52 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namoota biyya maraa uf afo'oo ariitan; dhagaa isaan bocatan maraa hin balleessitan; waaqa tolfamaa waa bassanii hojjatan fakii isaanii maraa hin balleessitan; hulee isaan itti sagadan ka gaara irra jiru maraa hin diiddan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nama lafa san irra jiru mara ifi duraa baasa'a; waaqota dharaa fakkii bocantee hujantee fi fakkii baqisiifantee hujante mara balleessa'a; addee waaqonfannaa isaaniille mara diiga'a.