Numbers 33:53 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan lafattii isinii kenneef lafa dhaaltanii isii irra jiraattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa san akka qabattanuuf, ani waan isinii kenneeruuf, lafa san fudhadha'aatii keessa le'a'a.