Numbers 33:54 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafattii akkuma gosa gosaatiin hixa'aan qoodamtan; namoota baay'e'eef akka baay'inna isaaniitiin, namoota hago'oof haguma diqqeenna isaaniitiin maraafuu akkuma hixaan isaa kenneen isaanii kennitan; laftillee ta isaa taati; akkuma gosa abboota keessaniitiin dhaaltan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma fira fira keessaniititti lafa san hixa'aan qoodama'a; fira gudda'aaf, lafa guddoo, fira diqqa'aaf, lafa diqqoo kenna'a; nama tokko tokkoofuu akkuma hixaan isaaf bu'etti latti isaaf hin teeti; akkuma fira abbootii teessan ta duriititti lafa fudhadha'a.