Numbers 33:55 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo namoota biyyaa uf afo'oo ari'uu baattanii dhiiftan garuu ija keessanitti akka qore'ee, akka waan cinaacha keessan isin woraanuu isin irratti ta'a; lafuma irra jiraattan tanatti isin rakkisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra lafa san keessa le'u ariitanee yoo hin baasin ammoo, worri isin hamburtane sun, ila teessaniif akka fadhaanaa, cinaacha keessaniif akka qore'ee hin te'an. Lafa isin keessa leetanu mara keessatti isin hin rakkisan.