Numbers 33:56 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee waan isaan irratti godhu'uuf yaade maraa isin irratti godha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille waan isaan irratti godhiisaaf yaadadhe, isin irratti hin godha› jedhiin» jedhe.