Numbers 33:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maraa kaani Elimu qubatani; wonti akanatiifi artiti maddo kud'ani lamatiifi mukha qoonne torbatama qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maara'aallee ka'anii gara Eliimii dhufan; Eliimiin keessa burqaa bisaanii kudha lamaa fi meexxii torbaatamatu jira; isaan achitti quphatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maaraa ka'anee, addee maddi bisaanii kudhanii lamaa fi meexxiin torbaatam jirtu Eliim qubatane.