Numbers 34:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba bita iti d'aabate, galaana Yordani gula deeme, galaana Soodatini baha. Tunini seera moga afraani ka lafa teesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan isaallee gara galaana Yoordaanosii bu'a; karri bayaniinillee gara galaana sooqiddaatiin; daangaan naannaya lafa isin irra jiraattanii kana» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba meessaan keessan haga laga Yordaanosii gad bu'ee, abbaayaa sooddaatitti dhaabbata; meessaa isi'ii woliin, tun lafa teessan hin teeti› jedhiin» jedhe.