Numbers 34:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani waan worra Israelitini jed'e, Tunini lafa isani hit'aani argattani, ta AABBO Waaqi gosa sagalifi gosa Manase ta haga gariti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen ijoollee Israa'elii akkana jedhee ajaje, «Lafti gofti sagalii fi wodhakkaan akka hixa'aan qoodamaniif ajaje tana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen Israa'eloota ajajee, «Lafa tana hixaa buufadha'aa qoodama; Mootiin Waan Maraa gosa sagalii fi gamisa gosa Minaase'eetiif akka kennatantu ajajeera;