Numbers 34:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini jaarole AABBO Waaqi fohate, lafa Kanaani qooda, worra Israeliti kenna jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Rabbi akka ijoollee Israa'eliitii lafa Kana'aanii qoodamaniif ajaje kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa Kana'aanii keessatti akka lafa Israa'elootaaf qoodanu namooti Mootiin Waan Maraa ajaje isaan kana.