Numbers 34:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri ila adu Baariini Gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Daangaan keessan gara dhiyaatiin galaana guddaa Meditiraaniyaaniiti; kun daangaa keessan ka gara dhiyaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Meessaan keessan ka gara aduun seentuu abbaayaa Mediteraaniya'aa hin te'a. Kun meessaa keessan ka gara aduun seentuu ti.