Numbers 34:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri Mirga Baariini Gudda iraa bahe, gaara Horiti qajeele,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Daangaan keessan ka mirgaa galaana guddaa Meditiraaniyaanii biraan gara gaara Hooriititti malkata isinii ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Meessaa keessan ka gara kaabaa abbaayaa Mediteraaniya'aatii haga gaara Hooriititti beessisa itti godhadha'a.