Numbers 34:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
arti bahe, kaarra Hamathiti qajeela. Ammalle dura deeme, Sedaditi qajeele,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaara Hoorii irraa haga Haamaatii daangaa seensaa godhattan karri daangaa keessanii ka baataniin Tsidaadiin ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaara Hooriitii haga Leboo-Haamaatii ti; dhumi meessaa sanii Zedaad hin te'a.