Numbers 34:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Zifroniti iti d'aabate, duuba Hasarrenati muumme baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan isaallee gara Zifiroonii lufee haga gara Hatsareenaanii gaya; kun daangaa keessan ka cinaa mirgaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achille'ee haga Ziifronii dhaqee Haazar Enaanitti dhaabbata. Kun meessaa keessan ka gara kaabaa ti.