Numbers 35:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra Israelitini jettu, Hojja isani galaana Yordani taakitani lafa Kanaanitini baatani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; laga Yoordaanosii ceetanii hennaa biyya Kana'aanii galtan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati Israa'elootatti dubbadhuutii, isaaniin, ‹Laga Yordaanosii gamatti buutanee, gara lafa Kana'aanii yennaa seentanu,