Numbers 35:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti inni dandae fiit'a nama inni ijeese kaani, ka isa ijeesu fed'u, duraa baha. Nama danu nama ijeese, ka dubbi inqorini inijeesiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Firri namni sun jalaa du'e akka haluu isa hin baane inni achitti dhokata; namni yakka ajjecha'aatiin himatame uduu gara murti'ii hin dhufne hin du'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachooti sun nami nama ijjeese mura'aaf wolde'a dura adoo hin dhaabbatin akka hin ijjeefanne, nama haluu bayu duraa addee itti baqatu hin te'an.