Numbers 35:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
sadi galaana Yordani ilaboru, kaani sadeenileani lafa Kanaani keesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoordaanosiin gamatti qachoota sadihii filtan; biyya Kana'aaniititti qachoota sadihii kennitan; qachoota isin itti baqattan isinii ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laga Yordaanosii irraa karaa baya adu'uutiin Qachoota sad, lafa Kana'aanii keessaa qachoota sad qachoota nami itti baqatu kenna'aaf.