Numbers 35:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Israeliti himi, aka worri qooda ufi keesaa worra Lawiti dira worri keesa taufi lafa dira d'aatu ta horini d'eedule kennuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Qachaa worrii Leewwotaa keessa jiraatan lafa isaanii irraa akka kennan ijoollee Israa'elii ajaji; hulee horii itti bobbaafatan ka naannaya qachaa sanii worra Leewwotaatii kennaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Lafa fudhatanu irraa, Lewwootaaf qachoota keessa le'anu akka kennanu, Israa'eloota ajaji; adaala qachootaatille'etti lafa horii itti tiffatanu isaaniif kenni.