Numbers 35:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja nami d'annu nama ijeese, ka qara jibba isaa inqamne, ato harkani iti game yokhaani woini had'e ijeese,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Garuu namni tokko uduu nama tokko hin jibbine dunnuu yoo isa kuffise, uduu waa isatti hin darbanne yoo inni waa irratti kufe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Te'uu malee, nami tokko diinummaa adoo irraa hin qabaatin dedhuma nama dhibii darbee yookiin waan tokko itti darbatee yoo ijjeese,