Numbers 35:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yokhaani, d'akhaa darbate, ka isa inargini d'ae ijeese, ammo ka inni isa ijeesu infed'ini, yokhaani ka inni nyaapa isaa intahini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yookaan uduu isa hin argine dhaga'aan dhayee yoo ajjeese diina isatti ta'uu yoo hin feene,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yookiin adoo isa hin dhaggin, dhakaa nama ijjeesuu dande'u itti darbatee nami sun yoo du'e, inni diina isaa waan hin te'iniif, isa miidhiisaafille beekaa waan hin godhiniif,