Numbers 35:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami nama ijeese kaani ha dira iti baqate keesa tauti, haga qaallichi guddaani duuti, ammo eegi suni ha worrati deebiuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi guddaan haga du'uuf qachaa itti baqatan san keessaa bawuu hin barbaachisu, gadichi guddaan haga du'een maayessa garuu namni dhiigaa sun gara lafa ufii deebi'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami nama ijjeese sun haga hayyichi guddaan sun du'utti qachaa ifii ka itti baqate san keessa turuu qaba; eega hayyichi guddaan sun du'e qofa gara lafa ifii deebi'a.