Numbers 35:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri kunini ka worra Lawi taha, duuba worrileeni keesa qubata. Lafti looni worraatifi horini worraa d'ibiini d'eeduleeni ta worraa taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee qachaa keessa haa jiraatanii; waan qaban, loowwanii fi horii ufii maraa itti haa bobbaafatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan qachoota keessa le'anuu fi lafa loon ifii, hoole'ee fi re'ee ifii itti tiffatanu hin qabaatan.