Numbers 35:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami dira iti baqataniti baqate, aka inni beese baase, ato qaallichi guddaani induini worra ufiti deebiu, ee injed'ina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi guddaan uduu hin du'in gara lafa ufii deebi'u'uuf gara qachaa itti dhokatee sanillee yoo dheesse gatii dhiigaa irraa hin fuudhinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama gara qachaa itti baqatanuu baqate tokko adoo hayyichi guddaan hin du'in akka inni gara lafa ifii deebi'ee le'uuf wodoo irraa hin fudhatina'a.