Numbers 35:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa isani keesa teetani int'ureesina: wonti akanatiifi anini AABBO Waaqa, ka gumi Israeli jiddu keesa tau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi ijoollee Israa'elii jidduu waan jiruuf lafa ani isaan woliin irra jiraadhu hin batteessinaa'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa isin Israa'eloota odduu waan buluuf, lafa keessa leetanuu fi addee anille bulu hin batteessina'a!› jedhi» jedhe.