Numbers 35:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka akanaani lafti ejata kuma toko dira suni gama ch'ufa marsite, diri suni jiddu keesati hafu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qacha'aan ala gara baya biiftu'uutiin ciqilee kuma lamaa, gara cinaa bita'aatiin ciqilee kuma lamaa, gara cinaa dhiyaatiin ciqilee kuma lamaa kennitaniif; qachaan isaanii kennitan sun hulee isaan horii itti bobbaafatan taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachoota wodhakka'atti hambura'aatii, karaa baya adu'uutiin ciqilee kuma lama, karaa kibbaatiin ciqilee kuma lama, karaa seensa adu'uutii ciqilee kuma lama, karaa kaabaatiin ciqilee kuma lama dhowa'a. Lafa tana horii qachoota keessaa addee itti tiffattanu hin godhatan.