Numbers 35:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle isani dira jaa, ka hojja nami d'annu nama ijeese iti baqatu worra Lawiti kennuu maltani. Kana male, dira afurtami lama d'ibi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoonni worra Leewwotaatii kennitan jahanuu hulee itti baqatan; isaan hulee worri lubbuu ajjeesan akka itti dhokataniif kennitaniif; kanniiniin alatti qachoota afurtamii lamaa edaatanii kennitaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Qachoota isin Lewwootaaf kennitanu keessaa qachooti jaa qachoota nami nama ijjeese itti baqatu hin te'an. Itti dabala'aatii qachoota afurtamii lama isaaniif kenna'a.