Numbers 35:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja dira kana lafa worra Israeli keesa koba baaftani, gosa ira guddoti dira gudda kenna, gosa diqo diqa kenna. Gochiti ch'ufti ha ballinna lafa argatte gula worra Lawiti dira qooduuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoonni lafa ijoollee Israa'elii irraa fuutanii worra Leewwotaatii kennitan worra hedduu irraa heddu fuudhaa'a; worra hagoo irraa hagoma isaan irraa fuudha'aatii isaanii kennaa'a; namni maruu haguma lafa ufiititti qachoota ufii worra Leewwotaatii kennaa'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa Israa'elooti dhaalte keessaa akkuma gosi tokko tokkooyyuu qooda qaddutti gosa qachoota hedduu qaddu irraa qachoota hedduu, gosa qachoota diqqaa qaddu irraa qachoota diqqaa fuudha'aatii Lewwootaaf kenna'a» jedhe.