Numbers 36:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini seerafi aada AABBO Waaqi worra Israeliti afaani Musatiini kenneefi, diida Moabu, ka yo arti ejani Yerikoni galaana Yordani gamaa nama dura mullatu keesati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerrinii fi ajjanyi Rabbi raasaa Moo'aabii Iyyaarikoo bira laga Yoordaanosii biratti ijoollee Israa'eliitii fi Muuse'etti kenne kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fuullee Yeriko'oo, laga Yordaanosiitiin gama, dirree Mo'aabii keessatti ajajii fi seerati Mootiin Waan Maraa karaa Muuse'eetiin Israa'elootaaf kenne isaan kana.