Numbers 36:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, AABBO Waaqi ya lafa biyya hit'aani qoodi siini jed'e. Ammalle inni yayu lafa Selofahadi, ka fiit'a teenna ijoolle isaa ta dubrati d'aala kennifi siini jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Muuse'ee fi bulchoota abboota ijoollee Israa'eliitiif lafa qoqqooddee akka hixa'aan isaanii kennitu si gooftaa keenna ajaje; obboleessa keenna Tsaloofihaadii ijoollee intalaa ta isaatiif akka kennitu Rabbi si ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa akka ati Israa'elootaaf hixaa buuttee lafa qooddu si goottaa keenna yennaa ajaje, lafa obboleessa keenna Zelofehaadii durra isaatiif akka kennitu si ajajeera.