Numbers 36:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo nami gosa d'ibi dubra suni fuud'e, d'aalti isii ta gosa suni taate, duuba akasiini qoodi lafa teenna diqaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ijoolleen Israa'elii gosa biraa keessaa yoo heeruman lafti isaan qaban ka nama sanii waan ta'uuf hixaan lafa keennaa akka nu jalaa dhidhata'aaru beeki.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Durri tun ammoo ilmaan gosa Israa'eloota dhibi'ii yoo heerumane, latti isaanii lafa abbootii teenna ta durii irraa fudhatantee gara gosa isaan itti heerumanee san hin dabarti. Yoo akkas teete qoodi lafa hixa'aan nu'uuf kenname nu duraa hin fudhatama.