Numbers 36:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gaafa ganni wodeebisani gahe, ka lafa qara gurgurani ch'ufa abbaa deebisani, lafti dubrati Selofahadi d'aalte, ta gosa worra isi fuud'e taate, akasiini gochiti teenna lafa suni d'abdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii hennaa ayyaanni iyyoobeeliyuu gaye lafti isaanii hin eda'ama; lafti abboota isaanii garuu hin dhidhata» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa jilti woggaa shantameesso'oo ta Israa'elootaa dhuttu, latti isaanii lafa abbootii teenna ta durii irraa fudhatantee, gara lafa gosa isaan itti heerumanee hin dabalanti» jedhane.