Numbers 36:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani, dubbi AABBO Waaqa gula, wa wa waan gumi Israelitini jed'e, Wonti gochiti Manase jette d'uga,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen ijoollee Israa'elii akka jecha Rabbiititti akkana jedhee isaan ajaje «Gofti ijoollee Yooseefii dhugaa dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen akkuma Mootiin Waan Maraa isatti dubbate Israa'eloota ajajee, «Wonni gosi sanyii Yoseefii jettu dhuga'a;