Numbers 36:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba AABBO Waaqi waan jed'u, Dubarti Selofahadi ha nama feetu fuututi, ammo nami isiini feetu ha gosuma isaani keesaa bahuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbi waan ijoollee durbaa ta Tsaloofihaadiitiif dubbate kana nama ufii fedhanitti haa heerumanii; garuu nama gosa abbaa ufii calla'atti haa heerumanii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo durra Zelofehaadiitiif wonni Mootiin Waan Maraa ajaje ka asii gad jiru: Kunille, ‹Eega nama fira gosa abbaa isaanii te'ee, isaan nama ila isaaniititti tole heerumanuu ti.