Numbers 36:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akanaani d'aalti sunini gosa toko iraa baate gosa d'ibiti indabartu. Duuba akasiini gochiti Israeli ch'ufti d'aala ufi jabeesiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan lafti ijoollee Israa'elii gosa tokko irraa gara gosa biraa hin lufne; gofti ijoollee Israa'elii maruu gara lafa ufii haa dhiyaatanii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti marti lafa ifii jabeeffatanee waan qabatanuuf, latti gosa tokko irraa gara gosa dhibi'iititti hin dabartu› jedheera» jedhe.