Numbers 4:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ha waan suni ch'ufa golla d'iisisanini mamare waan aka sire ta baataniini ira kayuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isaa fi mi'a maraa erbee sukkuumamee laafe keessa kaayanii waan isa ittiin baatanillee itti haa tolchanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan meya isi'ii mara woliin gogaa hoolee galaanaatiin maranee goongaa ittiin ba'atu irra keyanuu ti.