Numbers 4:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan aka mesa, ka worqi ha woya bule iti ballise, golla d'iisisani ira kaye, kalcho baataniini keesa naquuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ciincaa worqi'ii irratti uffata bulee haa uwwisanii; erbee busaawa'aa ka sukkuumameen maranii loosaa baadhataniin keessa haa galchanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Addee ciinca'aa ta worqii irraa hujante irralle woyaa bifa cuquliisaa afanee, gogaa hoolee galaanaatiin maranee, muka rare'een ba'atanu ka isi'iille addee isaaniititti galchanuu ti.