Numbers 4:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle ha waan mesa fakaata kaani, daara d'ad'ani iti jige, keesaa baasani, woya bule diimtu irati ballisaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
daaraa ibiddaallee hulee ciinca'aa irraa haa kaasanii; uffata hamara itti haa uwwisanii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Addee ciinca'aa ta sageettuu irraa hujante san irraa daadhaa haranee, woyaa dhiillee irra afanuu ti.