Numbers 4:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eleazarini ilmi qaallicha Haruni, hujiini isaa aka Waarofi d'ad'a ifsetifi, hit'aanafi, mid'aani Waaqaa baasanifi d'ad'a muudatiifi waan Waaro keesa jira ka huji AABBO Waaqatini hojatani ch'ufa qorqoratini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilmi gadicha Aaroonii Alaazar ibsaa sayiti'ii ciincaa midhaanii mi'aayaa ka hennaa maraa dhiyaatu sayitii muudamaa irratti haa muudamuu; daasee wol gayi'iitii fi waan isa keessa jiru maraa haa eeguu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ilmi Aaronii hayyichaa Ele'azaar, zayitii isse'ee, hixaana foolee tolu, kennansa midhaanii ka guyyaa maraa, zayitii muudaa, Dunkaanii Woyyitti'ii fi waan isii keessaa, meya isi'ii keessaa woyyicha mara eegiisaaf itti gaafatamummaa qaba» jedhe.