Numbers 4:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
fulla miha qulqullo kanati d'iaachu d'owa, aka worri indoone. Aka waan kana tahu d'owani Harunifi ilmaani isaa ha Waaro keesa seenani, nama ch'ufa huji isaa iti himani, waan inni baatu iti kennaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu hennaa gara woyyittii woyyootaa dhiyaatan isaan akka hin duune akka lubbu'uun jiraatan godhi; Aaroonii fi ijoolleen isaa keessa haa seenanii; nama maraa akka hojjatanii fi akka waa baadhatan haa ajajanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qehaatoti waan irra caalaa Woyyuu te'etti dhikaatanee akka hin duune, Aaronii fi ilmaan isaa addee woyyittii seenanee waan isaan godhiisa malanee fi waan isaan ba'atiisa malane itti mudhisanuu ti.