Numbers 4:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja worri Kohathi Waaro seene waan qulqullo qaaloleeni godaannaa kurfeesitu arge, indua.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu isaan akka hin duune meeshaa mana woyyuu keessa jiru laalu'uuf tasumallee akka hin seenne» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo isaan akka hin duuneef, waan woyyuu san yennaa diqqo'oofille ilaaliisaaf ol hin seenin» jedhe.