Numbers 4:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
maqa nama d'iira ch'ufa, ka ganni isaa sodomafi shantama jiddu jiru, ka huji Waaro Woyyuma keesa hojachu dandau, t'aafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hujii daasee wol gayi'ii keessatti akka hojjataniif nama woggaa soddomaa irraa jalqabee haga woggaa shantamaa jiran ka daasee wol gayi'ii keessa seenan maraa laakkayi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiira woggaa soddomaa haga woggaa shantamaa, ta Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajiliisaaf dandeettu mara laakkowi.