Numbers 4:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gollafi haada naabo ka Waarofi waan mesa fakaata ka sorio irati baasani marsufi golla fulla balbala naaboti kayani, ammalle waan waan kana ch'ufaani wolti naqanile. Worri waan waan kana male ch'ufa tolchu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
golga daasee wol gayi'iitii fi golga naannaya hulee ciinca'aaf itti bayanii, mi'a ittiin hojjatan, haada ittiin waa hidhan maraa haa baadhatanii; achitti haa hojjatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gollaa badhinna dalleya keessaa ka dunkaanii dhugaa bayaatii fi addee ciinca'aa marsu, wodaroota golla'aatii fi meya tajaajila waan kanaa mara ba'atiisa; isaan tajaajila meya kanaaf male mara godhan.