Numbers 4:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musafi Harunini ha huji worri Gershoni, hojatufi ammalle waan Harunifi ilmaani isaa baad'a jed'aniini qorqorataniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiin worra Geedisoonotaa hujiin isaaniitii fi ba'aan isaanii maruu ajaja Aarooniitii fi ajaja ijoollee Aarooniitiin haa ta'uu; ba'aa baadhatan maraa isaanitti himtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilli Gershoonotaa marti, ba'aan yookiin hujii dhibii hujiisi akka Aaronii fi ilmaan isaa isaanitti mudhisanetti hujanuu ti; waan isaan ba'atiisaaf itti gaafatamummaa qabanu isin isaanitti hima'a.