Numbers 4:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini worri balbala Gershoni Waaro keesa hojatu tana: Worri ha aka Ithamarini ilmi qaallicha Haruni, tolcha jed'uuni gula tolchuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiin worra Geedisoonotaa daasee wol gayii'ii keessatti kana; isaan ilma Aaroonii Itaamiriin jala ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujiin fira Gershoonii Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajilli isaanii kana. Hujii isaanii ilma Aaronii hayyichaa Itaamaaritti toowata.