Numbers 4:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
maqa nama d'iira ch'ufa, ka ganna sodomatifi shantama jiddu jiru, ka huji Waaro Woyyuma keesa hojachu dandau, t'aafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra woggaa soddomaa irraa jalqabee haga woggaa shantamaa jiru, worra hojjachu'uuf dandeettii qaban daasee wol gayi'ii maraa keessaa wolitti eda'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajiliisaaf dhiira dhuttu, ta woggaa soddomaa haga woggaa shantamaa mara laakkowi.