Numbers 4:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqa nama d'iira ch'ufa ka ganni isaa sodomatifi shantama jiddu jiru, ka huji, Waaro Woyyuma keesa hojachu dandau t'aafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii daasee wol gayi'ii akka hojjatan worra hujii hojjachuu danda'an maraa namoota woggaa soddomaa haga shantamaa jiran maraa laakkayi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worra woggaa soddomaa haga woggaa shantamaa, ka Dunkaanii Woldeenna'aa keessa hujiisaaf dande'anu mara laakkowi.