Numbers 4:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri miha kana baachu male: Utuba Waaro Woyyumatiifi waan ira dadagalchaniifi waan Waaroni ira ejitufi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hujiin isaanii ka daasee wol gayi'ii keessaa maruu cufanaa'a, loosaa cufana'aa, waan irra taa'an, miillan isaanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dunkaanii Woldeenna'aa keessa wonni ba'atiisaaf itti gaafatamanu mikikkila dunkaanii dhugaa bayaa, danqaraa isi'ii woliin, utubaa isi'iitii fi miila isiin ittiin dhaabbatu,