Numbers 4:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kalchoofi, waan utubaani naabo ira ejaanjufi d'isafi haada naabo Waaro marsufi waan woltiini d'aabani ch'ufa. Nami ch'ufti waan iti kennani ka baatu qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
utubaa naannaya isaanii dhaabatan, miillan isaanii, xiribbaa isaanii, waan ittiin hidhan, mi'a maraa, waan ittiin hojjatan maraa baadhachuu mi'a baadhatanii fi ka eegan maraa maqaa isaaniitiin laakkayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
utubaa badhinna dalleya keessaa ka Dunkaanii Woldeenna'aatitti naannowaneeranu shafee utubooti sun ittiin dhaabbatanu woliin, chikaala dunkaani'ii, wodaroo dunkaani'ii, meya waan kanaa maraa fi waan tajaajila kanaan wol qabate mara ba'atiisa. Nami tokko tokkooyyuu waan inni ba'atiisa male itti himi.