Numbers 4:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini worri balbala Merari Waaro Woyyuma keesa hojatu tana: Worri ha aka Ithamarini ilmi qaallicha Haruni, tolcha jed'eeni gula tolchuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujiinii fi gayeen ijoollee worra Meeraarii ilma gadicha Aaroonii Itaamiriin jalatti hujiin isaanii ka daasee wol gayi'ii keessaa kana.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilli fira Meraarii, toowannaa Itaamaarii ilma Aaronii hayyichaa jalatti, Dunkaanii Woldeenna'aa keessatti hujanu tana» jedhe.