Numbers 4:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kohathi 2,750 Gershoni 2,630 Merari 3,200 Ch'ufti wolti 8,580 q Balbala worraa Henna
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra daasee wol gayi'ii keessatti hujii hojjachu'uuf seenan maraa namoota woggaa soddomaa irraa jalqabee haga woggaa shantamaa jiru laakkayan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhiira woggaa soddomaa haga woggaa shantamaa, ka Dunkaanii Woldeenna'aa keessa tajaajiliisaaf dande'anu mara laakkowane.